Address: Modjo, Ethiopia
blog img

This is the Modjo poultry farm Biyoo Site Center. DHAABBATA HOORSIISA LUKKUU MOJOO DAMEE BIYYOO

👉 It is a very large and modern technology product.

👉 This is the second site center of Mojo poultry Farm, which is 99% free from human contact.

👉 It is producing clean and high-quality products using the most modern machines in the world.

DHAABBATA HOORSIISA LUKKUU MOOJOO

Tuttuqaa harkaa irraa 99% bilisa kan tahee teknolojii ammayyaan kan ijaarame modjo poultry farm Biyyoo Site biyya Ammayyaa ta’een ijaaramee gara hojiitti kan seenee yeroo ta’uu haala argaa jirtanitti bakka mijataaf qulqullina qabuun Lukkulee Fooniif Buuphaaf ta’aan horsiisaa jira.

Yeroo dhihoo keessatti kan hundeeffame dhaabbanni keenya DHAABBATA HOORSIISA LUKKUU MOJOON yeroo ammaa kana hanqina foon lukkuuf buphaa lukkuu ummata naannoo irra darbee gabaa biyyaaf gummaacha guddaa bahaa jira.

Yeroo dhihoo keessattis Foon lukkuu Qulqullinaan omishuun gabaa biyya alaaf dhiheessuuf carraaqqii guddaa taasiisaa akka jiruu gamanuumaan isiin beeksiifnaa.

DHAABBATA HOORSIISA LUKKUU MOOJOO QULQULLINNI MALLATTOO KEENYA DHA!

Tags:

Leave a Reply