We are pleased to announce that our sister company, #KenyaBrewery, has started operations today.
Sister Company Modjo Poultry kan ta’ee warshaan biiraa keenyaa Guyyaa har’a eebbifamee hojii jalqabuu isaaf gammachuun guddaan nutti dhagahaamee jiraa.
Magaalaa Amboo irraa hanga Ginchiitti km 20 fagaatee kan ijaarame Warshaan Keeynaa Biiraa fi Dhugaatii Lallaafaa ijaarsa isaa xumuree oomisha isaa gabaaf dhiyeessuu eegaluu isaa beeksifameera.
Warshaan kun hawaasa naannoo magaalaa Amboo fi magaalaa Ginchii jiraataniif carraa hojii guddaa kan uumu yoo ta’u, guddina magaalotaafis gumaacha olaanaa ni taasisa jedhamee eegama.
Baga gammaddan!











